19 Kanaafuu, Yesuus akkana jedhee isaaniif deebise: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Ilmi waanuma Abbaan isaa yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaʼee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaʼu.+ Sababiin isaas, waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis akkuma kanatti wantoota sana hojjeta.