-
1 Saamuʼel 17:34, 35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Daawitis Saaʼoliin akkana jedhe: “Ani tajaajilaan kee yommuun hoolota abbaa koo tiksaa turetti, leencis+ taʼe amaakenni dhufee tuuta hoolotaa keessaa tokko fudhatee deema ture. 35 Anis isa duukaa buʼee rukutee hoolicha afaan isaatii nan buusan ture. Yommuu inni anatti garagalus, kokkee isaa qabee rukutee isa nan ajjeesan ture.
-