-
Maarqos 14:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yesuus Bitaaniyaa keessa mana Simoon isa dhukkuba nadaayiitiin qabamee ture sanaatti utuu maaddiitti dhihaatee jiruu, dubartiin takka zayitii urgaaʼaa gatiin isaa baayʼee guddaa taʼee fi naardosii qulqulluu irraa qophaaʼe qaruuraa albaasxiroositti fiddee dhufte. Achiis qaruuraa sana cabsitee banuudhaan mataa isaa irratti dhangalaasuu jalqabde.+
-