-
Yohaannis 12:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Haa taʼu malee, Yihudaa Asqorotichi+ inni barattoota isaa keessaa tokko taʼee fi dabarsee isa kennuuf jedhu akkana jedhe: 5 “Zayitiin urgaaʼaan kun dinaaree* 300tti gurguramee hiyyeeyyiidhaaf kan hin kennamne maaliifi?” 6 Taʼus kana kan dubbate hiyyeeyyiidhaaf waan yaadeef utuu hin taʼin, hattuu waan taʼee fi maallaqa saanduqa isa harka jiru keessa buufamu irraa hatuu waan amaleeffateef ture.
-