-
Yohaannis 10:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Anumatu ofii kootiin kakaʼee lubbuu koo dabarsee kenna malee, eenyu iyyuu ana irraa hin fudhatu. Ani lubbuu koo dabarsee kennuuf aangoo qaba, deebisee fudhachuufis aangoo qaba.+ Ajaja kana Abbaa koo irraan fudhadhe.”
-
-
Yohaannis 15:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Akkuman ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
-