Yohaannis 15:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa taʼe ni jaallata ture. Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef,+ addunyaan isin jibba.+ Yaaqoob 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+
19 Isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa taʼe ni jaallata ture. Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef,+ addunyaan isin jibba.+
4 Ejjitoota* nana, addunyaatti michoomuun diina Waaqayyoo akka nama godhu hin beektanii? Kanaafuu, namni michuu addunyaa taʼuu barbaadu kam iyyuu diina Waaqayyoo of godha.+