LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:63-65
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Yesuus garuu calluma jedhe.+ Kanaafuu lubni ol aanaan, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu fi dhiisuu kee akka nutti himtu,+ Waaqayyo isa jiraataadhaan sin kakachiisa!” isaan jedhe. 64 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Atumti iyyuu jette kaa. Ani garuu isinitti nan hima, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argitu.”+ 65 Yeroo kanatti lubni ol aanaan sun uffata isaa isa irratti uffatu tarsaasee akkana jedhe: “Waaqayyoon arrabseera! Kana caalaa ragaa baatota dabalataa maaliitu nu barbaachisa? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu dhageessaniittu.

  • Yohaannis 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin taʼin, Waaqayyo Abbaa isaa+ akka taʼe dubbachuudhaan Waaqayyoo wajjin of qixxeesseera jedhanii waan yaadaniif+ Yihudoonni isa ajjeesuuf ittuma caalchisanii barbaaduu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi