-
Yohaannis 20:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Haa taʼu malee wantoonni kun kan barreeffaman, Yesuus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa akka amantaniif, amantaniis karaa maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.+
-
-
Yohaannis 21:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Barataan kun+ isa waaʼee wantoota kanaa ragaa baʼee fi wantoota kana barreesse dha; nutis raga baʼiinsi isaa dhugaa taʼuu isaa beekna.
-