Yohaannis 7:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Taʼus, Yihudoota waan sodaataniif, eenyu iyyuu waaʼee isaa ifatti hin dubbatu ture.+ Yohaannis 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihudoonni inni Kiristoos akka taʼe namni amanu kam iyyuu mana sagadaa keessaa akka ariʼamu walii galanii waan turaniif,+ warri isaa akkana kan jedhan isaaniin waan sodaataniif ture.+
22 Yihudoonni inni Kiristoos akka taʼe namni amanu kam iyyuu mana sagadaa keessaa akka ariʼamu walii galanii waan turaniif,+ warri isaa akkana kan jedhan isaaniin waan sodaataniif ture.+