12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+ 13 Isaan Waaqayyo irraa dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.+