-
Hojii Ergamootaa 8:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Karaa irra utuu waliin deemaa jiraniis bishaan tokko bira gaʼan; xuʼaashichis, “Kunoo, bishaan as jira, akkan hin cuuphamne maaltu na dhowwa?” jedhe.
-
-
Hojii Ergamootaa 10:47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 “Namoonni akkuma keenya hafuura qulqulluu fudhatan kun bishaaniin akka hin cuuphamne namni isaan dhowwuu dandaʼu jiraa?”+
-