Maatewos 4:16, 17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Uummanni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa arge; warra biyya gaaddisa duʼaa keessa jiraatan irrattis ifni+ ni baʼe.”+ 17 Yesuus yeroo sanaa kaasee, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa”+ jedhee lallabuu jalqabe. Yohaannis 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan. Yohaannis 12:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Namni anatti amanu hundi dukkana keessa akka hin jiraanneef,+ ani ifa taʼee gara addunyaa dhufeera.+ 1 Yohaannis 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ammas ajaja haaraa isa inni hordofaa turee fi isinis hordofaa turtan sana isiniif nan barreessa; sababiin isaas, dukkanichi darbaa jira, ifni dhugaanis ammuma iyyuu ifaa jira.+
16 Uummanni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa arge; warra biyya gaaddisa duʼaa keessa jiraatan irrattis ifni+ ni baʼe.”+ 17 Yesuus yeroo sanaa kaasee, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa”+ jedhee lallabuu jalqabe.
19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan.
46 Namni anatti amanu hundi dukkana keessa akka hin jiraanneef,+ ani ifa taʼee gara addunyaa dhufeera.+
8 Ammas ajaja haaraa isa inni hordofaa turee fi isinis hordofaa turtan sana isiniif nan barreessa; sababiin isaas, dukkanichi darbaa jira, ifni dhugaanis ammuma iyyuu ifaa jira.+