Luqaas 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa kabajamaa Tewooflos,+ anis gama kootiin wanta hunda jalqabaa kaasee of eeggannoodhaan waanan qoradheef, seenaa isaa duraa duubaan sii barreessuuf murteesseera. Luqaas 3:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;Yoseef ilma Heelii,
3 Yaa kabajamaa Tewooflos,+ anis gama kootiin wanta hunda jalqabaa kaasee of eeggannoodhaan waanan qoradheef, seenaa isaa duraa duubaan sii barreessuuf murteesseera.
23 Yesuus+ yeroo hojii isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa 30 ture;+ namoonnis akka inni ilma Yoseef+ taʼetti yaadu turan;Yoseef ilma Heelii,