-
1 Qorontos 1:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Yaa obbolootaa, isinumti iyyuu waamamuu keessan irraa akka hubattanitti, warri akka ilaalcha fooniitti* ogeeyyii taʼan hedduun,+ namoonni jajjaboo taʼan hedduunii fi namoonni maatii beekamoo keessaa dhalatan hedduun hin waamamne;+ 27 kanaa mannaa, Waaqayyo warra ogeeyyii taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa gowwummaa taʼan filate; akkasumas wantoota jajjaboo taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa dadhaboo taʼan filate;+
-