-
Uumama 45:9-11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Hatattamaan gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa: ‘Yoseef ilmi kee akkana jedha: “Waaqayyo guutummaa biyya Gibxii irratti gooftaa godhee na muudeera.+ Utuu hin turin gara kootti gad buʼi.+ 10 Ati, ijoolleen kee, ijoolleen ijoollee keetii, bushaayeewwan kee, horiiwwan kee fi wanti ati qabdu hundi biyya Gooshen isa natti dhihoo jiru keessa jiraadhaa.+ 11 Kana booda waggoonni beelaa shan waan hafaniif, ani achitti midhaan siifan kenna.+ Taʼuu baannaan garuu, atii fi maatiin kee ni hiyyoomtu; wanti ati qabdu hundis ni bada.”’
-