-
Baʼuu 2:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Innis deebisee, “Eenyutu bulchaa fi abbaa murtii godhee nu irratti si muude? Akkuma namicha Gibxii sana ajjeeste anaanis ajjeesuu barbaaddee?” isaan jedhe.+ Museenis yeroo kanatti sodaatee, “Dhimmichi dhugumaan beekameera!” jedhe.
-
-
Hojii Ergamootaa 7:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Namichi obboleessa isaa miidhaa ture sun garuu of irraa isa darbatee akkana isaan jedhe: ‘Eenyutu bulchaa fi abbaa murtii godhee nu irratti si muude?
-