LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.

  • 1 Seenaa Baraa 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Daawit ilma isaa Solomooniin akkana jedhe: “Ani gama kootiin, maqaa Waaqa koo Yihowaatiif mana ijaaruun hawwii garaa kootii ture.+

  • Faarfannaa 132:1-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 132 Yaa Yihowaa, Daawitiin,

      Rakkina isaa hundumaas,+

       2 Inni akkamitti Yihowaadhaaf akka kakate,

      Akkamitti akkana jedhee isa Humna Qabeessa kan Yaaqoobiif wareega akka wareege yaadadhu:+

       3 “Ani gara dunkaana koo isa mana koo taʼetti hin seenu.+

      Siree koo isa iddoo ciisichaa koo taʼe irra hin ciisu;

       4 Ijji koo akka rafu,

      Qolli ija kootiis akka mugu hin heyyamu;

       5 Kunis Yihowaadhaaf iddoo,

      Isa Humna Qabeessa kan Yaaqoobiif bakka jireenyaa gaarii* hamman argadhutti.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi