Hojii Ergamootaa 9:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 nyaata nyaatees jabina argate. Guyyoota muraasaafis barattoota Damaasqoo keessa jiranii wajjin taaʼe;+ 20 yeruma sanas manneen sagadaa keessatti Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa lallabuu jalqabe.
19 nyaata nyaatees jabina argate. Guyyoota muraasaafis barattoota Damaasqoo keessa jiranii wajjin taaʼe;+ 20 yeruma sanas manneen sagadaa keessatti Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa lallabuu jalqabe.