Baʼuu 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu Yihowaan Museedhaan, “Amma wantan Faraʼoon irratti raawwadhu ni argita.+ Harki jabaan akka inni isaan erguuf isa dirqisiisa; akka inni biyya isaatii isaan geggeessuufis harki jabaan isa dirqisiisa” jedhe.+ Baʼuu 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+ Keessa Deebii 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+ Keessa Deebii 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+
6 Kanaafuu Yihowaan Museedhaan, “Amma wantan Faraʼoon irratti raawwadhu ni argita.+ Harki jabaan akka inni isaan erguuf isa dirqisiisa; akka inni biyya isaatii isaan geggeessuufis harki jabaan isa dirqisiisa” jedhe.+
6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+
6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+
8 Kanaa mannaa, Yihowaan mana garbummaa fi humna* Faraʼoon mootii Gibxii jalaa isin furuuf+ harka jabaadhaan kan isin baase, Yihowaan waan isin jaallateef, kakuu abbootii keessaniif kakates waan eegeef ture.+