Maatewos 9:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Mana tokko erga seenee boodas, namoonni qaro dhabeeyyiin sun gara isaa dhufan; Yesuusis, “Kana gochuu akkan dandaʼu ni amantuu?”+ jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Eeyyee, yaa Gooftaa” jedhanii isaaf deebisan.
28 Mana tokko erga seenee boodas, namoonni qaro dhabeeyyiin sun gara isaa dhufan; Yesuusis, “Kana gochuu akkan dandaʼu ni amantuu?”+ jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Eeyyee, yaa Gooftaa” jedhanii isaaf deebisan.