LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 28:3-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Haa taʼu malee, Phaawulos hanxaxii walitti qabee yommuu ibiddatti naqu, hoʼa sanaan kan kaʼe buutiin tokko achi keessaa baatee harka isaatti maxxante. 4 Namoonni odola sanaa buutiin sun harka isaatti rarraatee yommuu argan, “Namichi kun nama nama ajjeese taʼuu qaba; balaa galaanaa irraa yoo oole iyyuu, Haqni* akka inni jiraatu isaaf hin heyyamne” waliin jechuu jalqaban. 5 Phaawulos garuu buutii sana ibiddatti gad hurgufe; miidhaan tokko illees isa irra hin geenye. 6 Haa taʼu malee, isaan qaamni isaa ni dhiitaʼa yookiin akka tasaa kufee duʼa jedhanii eegaa turan. Taʼus, yeroo dheeraadhaaf eeganii miidhaan tokko illee akka isa irra hin geenye yommuu argan, yaada isaanii jijjiiranii inni waaqa akka taʼe dubbachuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi