-
Hojii Ergamootaa 11:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Gumiin Yerusaalem keessatti argamu waaʼee isaanii ni dhagaʼe; kanaafuu, isaan Barnaabaasiin+ gara Anxokiyaatti ergan. 23 Innis achi gaʼee gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa yommuu argu baayʼee gammade; achiis hundi isaanii garaa guutuudhaan Gooftaadhaaf ajajamuu isaanii akka itti fufan isaan jajjabeessuu jalqabe;+
-