-
Hojii Ergamootaa 19:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Sababiin isaas, Dimeexiros inni meetii baqsuu fi meetii irraa fakkiiwwan mana qulqullummaa Arxemiis tolche, ogeeyyii harkaatiif galii hedduu argamsiisee ture.+ 25 Inni namoota kanaa fi warra wantoota akkasii hojjetan kaan walitti qabee akkana jedhe: “Namoota nana, badhaadhina keenya kana kan arganne hojii kana irraa taʼuu isaa akka gaariitti beektu.
-