LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 110:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,

      “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+

      Mirga koo taaʼi”+ jedheera.

  • Luqaas 20:42, 43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Daawit kitaaba Faarfannaa keessatti akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin, “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti 43 mirga koo taaʼi”+ jedheera.’

  • 1 Qorontos 15:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Sababiin isaas, inni hanga Waaqayyo diinota isaa hunda miila isaa jala godhutti mootii taʼee bulchuu qaba.+

  • Ibroota 10:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni kun garuu yeroo hundumaatiif akka taʼutti cubbuudhaaf aarsaa tokko dhiheessee mirga Waaqayyoo taaʼe;+ 13 yeroo sanaa jalqabee hanga diinonni isaa ejjeta miila isaa godhamanitti eeggachaa jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi