-
1 Yohaannis 2:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yaa ijoolle, kun saʼaatii dhumaa ti; akkuma dhageessan mormituun Kiristoos dhufaa jira,+ ammuma iyyuu mormitoonni Kiristoos baayʼeen kaʼaniiru;+ kun saʼaatii dhumaa taʼuu isaa kanaan beekna. 19 Isaan nu keessaa baʼan, taʼus garee keenya* hin turre;+ sababiin isaas, utuu garee keenya taʼanii nuu wajjin itti fufu turan. Haa taʼu malee, garee keenya kan taʼan hunda isaanii akka hin taane akka beekamuuf isaan nu keessaa baʼaniiru.+
-