Hojii Ergamootaa 11:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yeroo sanatti raajonni+ Yerusaalemii gara Anxokiyaatti gad buʼan. 28 Isaan keessaa inni Agaabos jedhamu+ kaʼee guutummaa lafaa irratti beelli guddaan buʼuuf akka jedhu hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee raajii dubbate;+ kunis bara Qalaawudewositti raawwatame.
27 Yeroo sanatti raajonni+ Yerusaalemii gara Anxokiyaatti gad buʼan. 28 Isaan keessaa inni Agaabos jedhamu+ kaʼee guutummaa lafaa irratti beelli guddaan buʼuuf akka jedhu hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee raajii dubbate;+ kunis bara Qalaawudewositti raawwatame.