37 Phaawulos garuu akkana isaaniin jedhe: “Nuti lammii Roomaa taanee utuu jirruu, murtii malee uummata duratti nu garafanii+ mana hidhaatti nu galchaniiru. Amma immoo dhoksaatti gad nu baasuu barbaaduu? Matumaa hin taʼu! Ofuma isaaniitii dhufanii nu haa baasan.”