-
Hojii Ergamootaa 26:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Ijoollummaa kootii jalqabee saba koo gidduuttis taʼe Yerusaalem keessatti akkamitti akkan jiraadhe Yihudoonni hundi akka gaariitti beeku;+ 5 isaan kanaan dura waan na beekaniif, ragaa baʼuuf fedhii yoo qabaatan akka garee amantii waaqeffannaa keenyaa warra amantii cimsaniitti+ Fariisicha taʼee akkan jiraadhe dubbachuu dandaʼu.+
-
-
Filiphisiyus 3:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 eenyu illee foonitti amanamuuf sababii yoo qabaate namni sun ana dha.
Namni foonitti amanamuuf sababii akka qabu yaadu kan biraan yoo jiraate ani isa caalaa sababii qaba: 5 guyyaa saddeettaffaattan dhaqna qabadhe;+ saba Israaʼel irraa, gosa Biiniyaam keessaan dhaladhe; ani Ibricha Ibroota irraa dhalate dha;+ seera ilaalchisee immoo Fariisicha dha;+
-