-
Hojii Ergamootaa 17:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yommuu isaaniin dhabanis Yaasonii fi obboloota tokko tokko lafa irra harkisanii gara bulchitoota magaalattiitti geessuudhaan akkana jedhanii iyyan: “Namoonni guutummaa lafaa jeeqaa jiran kun, kunoo asis dhufaniiru;+ 7 Yaasonis keessummummaa isaan simateera. Namoonni kun hundi, ‘Mootiin Yesuus jedhamu kan biraan jira’ jedhanii wanta seera Qeesaariin mormu gochaa jiru.”+
-