23 Eda galgala Waaqayyo inni ani kan isaa taʼee fi tajaajila qulqulluu isaaf dhiheessu maleekaa+ isaa ergee, 24 ‘Yaa Phaawulos, hin sodaatin. Ati Qeesaar dura ni dhaabbatta;+ kunoo, Waaqayyo siif jedhee warra sii wajjin deemaa jiran hunda ni oolcha’ naan jedhe.