-
Hojii Ergamootaa 26:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Taʼus, gargaarsa Waaqayyoo waanan argadheef, hanga guyyaa harʼaatti isa guddaafis taʼe isa xinnaadhaaf dhugaa baʼuu koo itti fufuu dandaʼeera; ani wanta Raajonnii fi Museen akka raawwatamu dubbatan malee wanta kan biraa hin dubbanne;+ 23 wanti isaan dubbatanis Kiristoos akka dhiphatu,+ warra duʼan keessaa jalqaba akka kaʼuu+ fi Yihudootaafis taʼe saboota kaaniif ifa akka labsu kan ibsu dha.”+
-