Roomaa 9:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taʼan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti;+ kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaʼaman warra akka waadaa sanaatti+ ijoollee isaa taʼani dha. Galaatiyaa 3:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees, isin kan Kiristoos yoo taatan, dhuguma sanyii Abrahaam+ warra waadaa isaaf galame+ dhaaltani dha.+
8 Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taʼan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti;+ kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaʼaman warra akka waadaa sanaatti+ ijoollee isaa taʼani dha.
29 Kana malees, isin kan Kiristoos yoo taatan, dhuguma sanyii Abrahaam+ warra waadaa isaaf galame+ dhaaltani dha.+