Roomaa 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ani misiraachichatti hin qaanaʼu;+ misiraachichi jalqaba Yihudootaaf,+ achiis Giriikotaaf,+ humna Waaqayyoo isa namoota amantii qaban hundumaatiif fayyina argamsiisu dha.+ 1 Ximotewos 2:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.
16 Ani misiraachichatti hin qaanaʼu;+ misiraachichi jalqaba Yihudootaaf,+ achiis Giriikotaaf,+ humna Waaqayyoo isa namoota amantii qaban hundumaatiif fayyina argamsiisu dha.+
3 Kun, Waaqayyo isa Fayyisaa keenya taʼe duratti gaarii fi fudhatama kan qabu dha;+ 4 inni fedhiin isaa akaakuun namootaa hundi akka fayyanii+ fi beekumsa dhugaa isa sirrii akka argatani dha.