2 Qorontos 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, nuti abdii kana waan qabnuuf,+ Waaqayyoon sodaachuudhaan qulqullummaa keenya guutuu gochuuf, wanta foonii fi hafuura xureessu+ hundumaa irraa of haa qulqulleessinu.
7 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, nuti abdii kana waan qabnuuf,+ Waaqayyoon sodaachuudhaan qulqullummaa keenya guutuu gochuuf, wanta foonii fi hafuura xureessu+ hundumaa irraa of haa qulqulleessinu.