Yohaannis 14:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ani Abbaa nan kadhadha, innis bara baraaf akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa* kan biraa isiniif ni kenna;+ Yohaannis 14:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+ Yohaannis 16:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Taʼus, dhuguman isiniin jedha, ani kanan deemu faayidaa keessaniif jedheeni. Sababiin isaas, ani yoon deeme malee gargaaraan sun+ gara keessan hin dhufu; ani yoon deeme garuu, isa gara keessanitti nan erga.
16 Ani Abbaa nan kadhadha, innis bara baraaf akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa* kan biraa isiniif ni kenna;+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+
7 Taʼus, dhuguman isiniin jedha, ani kanan deemu faayidaa keessaniif jedheeni. Sababiin isaas, ani yoon deeme malee gargaaraan sun+ gara keessan hin dhufu; ani yoon deeme garuu, isa gara keessanitti nan erga.