Yohaannis 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Isatti kan amanu* hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf+ malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennutti addunyaa baayʼee jaallateera.+ Roomaa 3:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Waaqayyo namoota dhiiga isaatti amananiif+ aarsaa araaraa godhee isa dhiheesseera.+ Kana kan godhe, Waaqayyo cubbuuwwan baroota darbanitti hojjetamaniif obsa isaatiin dhiifama gochuudhaan qajeelummaa isaa argisiisuuf jedhee ti. 1 Yohaannis 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge.
16 “Isatti kan amanu* hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf+ malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennutti addunyaa baayʼee jaallateera.+
25 Waaqayyo namoota dhiiga isaatti amananiif+ aarsaa araaraa godhee isa dhiheesseera.+ Kana kan godhe, Waaqayyo cubbuuwwan baroota darbanitti hojjetamaniif obsa isaatiin dhiifama gochuudhaan qajeelummaa isaa argisiisuuf jedhee ti.
9 Nuu wajjin haala wal qabateen jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulʼateera: Nuti karaa isaa jireenya akka argannuuf,+ Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha+ gara addunyaatti erge.