-
Isaayyaas 59:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Inni furu+ gara Xiyoon,
Gara warra Yaaqoob keessa jiranii fi yakka irraa deebiʼanii+ ni dhufa”+ jedha Yihowaan.
21 “Gama kootiin, kakuun isaanii wajjin gale kana dha”+ jedha Yihowaan. “Ammaa jalqabee bara baraaf, hafuurri koo inni si irra jiruu fi dubbiin koo inni ani afaan kee keessa kaaʼe, afaan kee, afaan ijoollee* keetii yookiin afaan ijoollee ijoollee* keetii keessaa hin badu” jedha Yihowaan.
-