Luqaas 21:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Kanaafuu, wantoota taʼuu qaban kana hunda jalaa baʼuu fi Ilma namaa dura dhaabbachuu akka dandeessaniif,+ dammaqaa eegaa,+ yeroo hundumaas wawwaannaa dhiheessaa.”+ 1 Tasalonqee 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+
36 Kanaafuu, wantoota taʼuu qaban kana hunda jalaa baʼuu fi Ilma namaa dura dhaabbachuu akka dandeessaniif,+ dammaqaa eegaa,+ yeroo hundumaas wawwaannaa dhiheessaa.”+
6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+