1 Tasalonqee 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yesuus akka duʼee fi duʼaa akka kaʼe+ amantii yoo qabaanne, Waaqayyo warri Yesuusii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼan* isaa wajjin akka taʼaniif gara jireenyaatti isaan ni fida.+
14 Yesuus akka duʼee fi duʼaa akka kaʼe+ amantii yoo qabaanne, Waaqayyo warri Yesuusii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼan* isaa wajjin akka taʼaniif gara jireenyaatti isaan ni fida.+