Hojii Ergamootaa 10:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Kana malees inni warra jiranii fi warra duʼanitti akka murteessuuf, Waaqayyo kan isa muude taʼuu isaa+ namootaaf akka lallabnuu fi guutummaatti dhugaa akka baanu nu ajaje.+ 2 Qorontos 5:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, tokkoon tokkoon namaa gaariis taʼe gadhee wanta yeroo qaamaan jirutti raawwateef akkuma hojii isaatti gatii isaa akka argatuuf, hundi keenya barcuma murtii Kiristoos duratti dhihaachuu* qabna.+
42 Kana malees inni warra jiranii fi warra duʼanitti akka murteessuuf, Waaqayyo kan isa muude taʼuu isaa+ namootaaf akka lallabnuu fi guutummaatti dhugaa akka baanu nu ajaje.+
10 Sababiin isaas, tokkoon tokkoon namaa gaariis taʼe gadhee wanta yeroo qaamaan jirutti raawwateef akkuma hojii isaatti gatii isaa akka argatuuf, hundi keenya barcuma murtii Kiristoos duratti dhihaachuu* qabna.+