Keessa Deebii 32:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Inni dhiiga tajaajiltoota isaatiif haaloo waan baʼuuf,+Diinota isaa irratti haaloo waan baʼuuf,+Biyya saba isaatiifis araara waan argamsiisuuf,*Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa.”+
43 Inni dhiiga tajaajiltoota isaatiif haaloo waan baʼuuf,+Diinota isaa irratti haaloo waan baʼuuf,+Biyya saba isaatiifis araara waan argamsiisuuf,*Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa.”+