15 Anis sii+ fi dubartittii gidduutti,+ sanyii kee+ fi sanyii ishii gidduuttis+ diinummaan+ akka jiraatu nan godha. Inni mataa kee ni buruqsa,*+ ati immoo koomee isaa ni madeessita.”*+
14 Kanaafuu, “ijoolleen” sun foonii fi dhiiga waan taʼaniif,* innis foonii fi dhiiga taʼe;*+ kanas kan godhe, duʼa isaatiin Diyaabilos+ isa duʼa fiduuf+ humna qabu sana balleessuuf,