LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, namni warra xixinnoo anatti amanan kana keessaa tokko gufachiisu kam iyyuu, dhagaan daakuu* morma isaatti hidhamee galaana keessatti yoo liqimfame isaaf wayya.+

  • Roomaa 14:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Obboleessi kee sababii nyaataatiin akka mufatu yoo goote, ati jaalalaan deddeebiʼaa hin jirtu.+ Nyaata keetiin namni Kiristoos duʼeef akka badu hin godhin.+

  • Roomaa 14:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Obboleessa kee kan gufachiisu yoo taʼe, foon nyaachuu yookiin daadhii wayinii dhuguu yookiin wanta akkamii iyyuu gochuu dhiisuun gaarii dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi