7 Namni hojjetu mindaa isaa argachuu waan qabuuf,+ wanta isaan isiniif dhiheessan nyaachaa+ fi dhugaa manuma sana keessa turaa.+ Mana isa tokkoo gara isa kan biraatti hin jijjiirratinaa.
8 “Kana malees, magaalaa itti seentan kamitti iyyuu yeroo isin simatan, wanta isiniif dhihaate nyaadhaa;