Lakkoofsa 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis uummanni walitti makamee*+ fi isaan gidduu ture sun fedhii ofittummaa qabu ni ibse;+ Israaʼelonnis akkana jedhanii booʼuu jalqaban: “Foon nyaannu eenyutu nuuf kenna?+ Lakkoofsa 11:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Isaan namoota fedhii ofittummaa argisiisan+ sana achitti waan awwaalaniif, maqaa iddoo sanaa Qibroot Hataawaa*+ jedhanii moggaasan.
4 Achiis uummanni walitti makamee*+ fi isaan gidduu ture sun fedhii ofittummaa qabu ni ibse;+ Israaʼelonnis akkana jedhanii booʼuu jalqaban: “Foon nyaannu eenyutu nuuf kenna?+
34 Isaan namoota fedhii ofittummaa argisiisan+ sana achitti waan awwaalaniif, maqaa iddoo sanaa Qibroot Hataawaa*+ jedhanii moggaasan.