1 Qorontos 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Nuti addunyaadhaaf, maleekotaa fi namootaaf akka taatota waltajjii irra jiranii waan taaneef,+ Waaqayyo nu ergamoota akka namoota duuti itti murteeffametti dhuma irratti kan gad nu baase natti fakkaata.+
9 Nuti addunyaadhaaf, maleekotaa fi namootaaf akka taatota waltajjii irra jiranii waan taaneef,+ Waaqayyo nu ergamoota akka namoota duuti itti murteeffametti dhuma irratti kan gad nu baase natti fakkaata.+