Roomaa 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 isaan gaarummaa guddaa+ Waaqayyo furii Kiristoos Yesuus kaffaletti fayyadamee+ argisiiseen bilisa baʼanii qajeelota jedhamanii waamamuun isaanii kennaa tola+ argame dha. Qolosaayis 1:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise; 14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+
24 isaan gaarummaa guddaa+ Waaqayyo furii Kiristoos Yesuus kaffaletti fayyadamee+ argisiiseen bilisa baʼanii qajeelota jedhamanii waamamuun isaanii kennaa tola+ argame dha.
13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise; 14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+