Maatewos 22:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Innis akkana isaan jedhe: “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaan jaalladhu.’+ Roomaa 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+
37 Innis akkana isaan jedhe: “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaan jaalladhu.’+
10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+