Maatewos 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan. 1 Tasalonqee 4:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+
3 Yesuus utuu Gaara Ejersaa irra taaʼee jiruu barattoonni isaa kophaatti gara isaa dhufanii, “Nutti himi, wantoonni kun yoom raawwatamu? Mallattoon argama*+ keetii fi kan dhuma sirna* kanaa maali dha?”+ isaan jedhan.
16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+