Baʼuu 22:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “Oomisha kee isa hedduu taʼee fi cuunfaa* kee isa irraa hafee dhangalaʼu irraa kennaa dhiheessuuf duubatti hin jedhin.+ Ilmaan kee keessaa isa angafaa anaaf ni kennita.+ Fakkeenya 11:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Namni* arjaan ni badhaadha,*+Namni warra kaan dheebuu baasu* hundis ofii isaatiif dheebuu ni baʼa.+ Hojii Ergamootaa 20:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Akka kanaan jabaadhee hojjechuudhaan,+ warra dadhaban akka gargaartanii fi wanta Gooftaan Yesuus, ‘Fudhachuu irra kennuutu caalaatti nama gammachiisa’+ jedhee dubbate akka yaadattan karaa hundumaan isinitti argisiiseera.” Ibroota 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+
29 “Oomisha kee isa hedduu taʼee fi cuunfaa* kee isa irraa hafee dhangalaʼu irraa kennaa dhiheessuuf duubatti hin jedhin.+ Ilmaan kee keessaa isa angafaa anaaf ni kennita.+
25 Namni* arjaan ni badhaadha,*+Namni warra kaan dheebuu baasu* hundis ofii isaatiif dheebuu ni baʼa.+
35 Akka kanaan jabaadhee hojjechuudhaan,+ warra dadhaban akka gargaartanii fi wanta Gooftaan Yesuus, ‘Fudhachuu irra kennuutu caalaatti nama gammachiisa’+ jedhee dubbate akka yaadattan karaa hundumaan isinitti argisiiseera.”
16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+